Kitaaba afaan oromoo kutaa 5ffaa

En Son Sürüm

Sürüm
Güncelleme
4 Oca 2024
Geliştirici
Yükleme sayısı
10.000+

App APKs

Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa APP

App'n kun Afaan Oromoo kutaa 5ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
Uygulamalar, her şey dahil, her şey dahil.
Boqonnaawwaan gurguddoon uygulaması kun itti hiraames
Hiriyyummaa
Qulqullina dhuunfaa
Guddifachaa
Nageenya tiraafikaa
Kunuunsa bozonu
miidhaa araadaa
Nyaata aadaa oromoo
Kunuunsa binensotaa
Ispoortii aadaa
Afoola
Jechibsoo
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
Herhangi bir öneriniz varsa, lütfen bana bildirin.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Teşekkürler!
Devamı

Reklam