Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa APP
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Boqonnaawwaan gurguddoon app kun itti hiraames
Hiriyyummaa
Qulqullina dhuunfaa
Guddifachaa
Nageenya tiraafikaa
Kunuunsa bosonaa
Miidhaa araadaa
Nyaata aadaa oromoo
Kunuunsa bineensotaa
Ispoortii aadaa
Afoola
Jechibsoo
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
Se você tiver alguma sugestão, por favor me avise.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Obrigada!