كتابه عفان اورومو كتاع 5 فاع

احدث اصدار

الإصدار
تحديث
٠٤‏/٠١‏/٢٠٢٤
مطوّر البرامج
عمليات التثبيت
١٠٬٠٠٠+

App APKs

Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa APP

App'n kun Afaan Oromoo kutaa 5ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
التطبيق kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
تطبيق Boqonnaawwaan gurguddoon kun itti hiraames
Hiriyyummaa
قللينا ذونفع
Guddifachaa
Nageenya tiraafikaa
Kunuunsa bosonaa
ميضا العرادة
Nyaata aadaa oromoo
Kunuunsa بينينسوتا
Ispoortii aadaa
أفولا
جيتشيبسو
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
إذا كان لديك أي اقتراحات، واسمحوا لي أن أعرف.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
شكرًا لك!
قراءة المزيد

اعلان