Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa APP
Aplikacja kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Aplikacja Boqonnaawwaan gurguddoon kun itti hiraames
Hiriyyummaa
Qulqullina dhuunfaa
Guddifachaa
Nageenya tiraafika
Kunuunsa bosona
Miidhaa araada
Nyaata aadaa oromoo
Kunuunsa bineensotaa
Ispoortii aada
Afoola
Jechibsoo
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
Jeśli masz jakieś sugestie, daj mi znać.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Dziękuję Ci!