Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa APP
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda internetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Boqonnaawwaan Gurguddoon App kun itti hiraames
Hiriyyummaa
Qulqullina dhuunfaa
Guddifachaa
Nageenya tiraafikaa
Kunuunsa bosonaa
Miidhaa araadaa
Nyaata aadaa oromoo
Kunuunsa bineensotaa
Ispoortii aadaa
Afoola
Jechibsoo
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
Wenn Sie Vorschläge haben, lassen Sie es mich bitte wissen.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Vielen Dank!