Kitaaba afaan oromoo kutaa 5ffaa

Dernière version

Version
Mise à jour
4 janv. 2024
Développeur
Installations
10 000+

App APKs

Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa APP

App'n kun Afaan Oromoo kutaa 5ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qopha'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Boqonnaawwaan gurguddoon app kun itti hiraames
Hiriyummaa
Qulqullina dhuunfaa
Guddifacha
Nageenya tiraafikaa
Kunuunsa bosonaa
Miidhaa araadaa
Nyaata aadaa oromoo
Kunuunsa bineensotaa
Ispoortii aadaa
Afoula
Jechibsoo
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa !
Si vous avez des suggestions, s'il vous plaît faites-le moi savoir.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Merci!
Lire la suite

Publicité