Afaan Oromoo Kutaa 11ffaa APP
App'n kun Afaan Oromoo kutaa 11ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha。 Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu。
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna。
Boqonnaawwaan gurguddoon app kun itti hiraames
Afaan Akkamitti Jalqabame?
Garasuu Dhukii (Abbaa Booraa)
Namootaafi Bineensota
赫曼娜·杜巴尔图塔
Eenyu Haafuudhu?
阿杜尼玛
Industriiifi Sochii Tuuriizimii Addunyaa
Barumsa Addaan Kutuu
Injifannoo Walmorkii Olompikii。
Kan Mana Baasan Manaa Nama Baasa
奥格瓦拉鲁
Bifa Jireenya Hawaasa Sirna Gadaa
Interpiraayizoota Daldaala Xixiqqaa。
Balaa Beelaa Biyyoota Addunyaa 3ffaa Keessatti。
法雅摩玛
Xalayaa Barreessuu。
玛达·奥德凡诺
杰基布索
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
如果您有任何建议,请让我知道。
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
谢谢!