Application android Afaan Oromoo Student Textbook de 11e année

Dernière version

Version
Mise à jour
2 juin 2024
Développeur
Installations
10 000+

Afaan Oromoo Kutaa 11ffaa APP

Cette application a été spécialement créée et conçue pour que les élèves de 11e année aient leur manuel dans leur téléphone mobile. Si vous voulez en savoir plus sur tout le contenu de ce livre, vous pouvez le lire.
App'n kun Afaan Oromoo kutaa 11ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qopha'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Boqonnaawwaan gurguddoon app kun itti hiraames
Afaan Akkamitti Jalqabame ?
Garasuu Dhukii (Abbaa Booraa)
Namootaafi Bineensota
Hirmaannaa Dubartootaa
Eenyu Hafuudhu ?
Addunyumma
Industiriifi Sochii Tuuriizimii Addunyaa
Barumsa Addan Kutuu
Injifannoo Walmorkii Olompikii .
Kan Mana Baasan Manaa Nama Baasa
Og-Walaloo
Bifa Jireenya Hawaasa Sirna Gadaa
Interpiraayizoota Daldaala Xixiqqaa.
Balaa Beelaa Biyyoota Addunyaa 3ffaa Keessatti.
Faaya Mormaa
Xalayaa Barreessuu.
Madda Odeeffannoo
Jechibso
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa !
Si vous avez des suggestions, s'il vous plaît faites-le moi savoir.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Merci!
Lire la suite

Publicité