Afaan Oromoo Kutaa 11ffaa APP
App'n kun Afaan Oromoo kutaa 11ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Boqonnaawwaan gurguddoon app kun itti hiraames
Afaan Akkamitti Jalqabame?
Garasuu Dhukii (Abbaa Booraa)
Namootaafi Bineensota
Hirmaannaa Dubartootaa
Eenyu Haafuudhu?
Addunyummaa
Industiriifi Sochii Tuuriizimii Addunyaa
Barumsa Addaan Kutuu
Injifannoo Walmorkii Olompikii .
Kan Mana Baasan Manaa Nama Baasa
Og-Walaloo
Bifa Jireenya Hawaasa Sirna Gadaa
Interpiraayizoota Daldaala Xixiqqaa.
Balaa Beelaa Biyyoota Addunyaa 3ffaa Keessatti.
Faaya Mormaa
Xalayaa Barreessuu.
Madda Odeeffannoo
Jechibso
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
If you have any suggestions, please let me know.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Thank you!