Rang 11e Afaan Oromoo Student Textbook Android-applicatie

Laatste Versie

Versie
Update
2 jun. 2024
Ontwikkelaar
Installaties
10.000+

Afaan Oromoo Kutaa 11ffaa APP

Deze applicatie is speciaal gemaakt en ontworpen voor leerlingen van groep 11 om hun leerboek op hun mobiele telefoon te hebben. Als u meer wilt lezen over de inhoud van dit boek, kunt u het lezen.
App'n kun Afaan Oromoo kutaa 11ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda internetetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Boqonnaawwaan gurguddoon-app kun je hiraames gebruiken
Afaan Akkamitti Jalqabame?
Garasuu Dhukii (Abbaa Booraa)
Namootaafi Bineensota
Hirmaannaa Dubartootaa
Eenyu Haafuudhu?
Addunyummaa
Industiriifi Sochii Tuuriizimii Addunyaa
Barumsa Addaan Kutuu
Injifannoo Walmorkii Olompikii.
Kan Mana Baasan Manaa Nama Baasa
Og-Walaloo
Bifa Jireenya Hawaasa Sirna Gadaa
Interpiraayizoota Daldala Xixiqqaa.
Balaa Beelaa Biyyoota Addunyaa 3ffaa Keessatti.
Faaya Mormaa
Xalayaa Barreessuu.
Madda Odeeffannoo
Jechibso
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
Laat het me weten als je suggesties hebt.
De beste manier om geld te verdienen
Dank je!
Meer informatie

Advertentie