Seenaa Iisaa (Iyyasus) fi Dhugaan Yommuu ifa bahu

最新版本

版本
更新
2025年1月17日
開發人員
類別
Google Play ID
安裝次數
10,000+

Seenaa Iisaa (Iyyasus) APP

Iisaan (Iyyasuus) nabiyyi kabajamaa fi sadarkaa guddaa qabuudha。拉比 haala addaatiin akka dhalatu isa taasis。 Haati isaa Mariyam amala gaarii fi toltu hojjachuun beekkamti。 Mariyam mana amantiin beekkame keessatti tan dhalattee fi xiqqeenya irraa jalqabuun ibaada irratti tan guddatteedha。

應用程序假名 keessatti seenaa Iisaa fi Mariyam akkasuma gaaffileefi qabxiileen ijoo ta'an bal'inaan keessatti kaafamee jira。

Qabxiilee App 假名 keessatti hammataman irraa:

- Seenaa Nabii Iisaa fi Haadha isaa。
- Iisaan (Iyyasuus) siree daa'imummaa keessaa yommuu dubbatu
- Dhugaan Yommuu Ifa bahu。
- Iisaan Gara Samii Ol-Fuudhamuu。
- Eenyutu yeroo jalqabaatif "Iisaan (Iyyasuus) ilma waaqayyooti (gooftaati)" jedhe。
- Iyyasuus (nageenyi isarratti haa jiraatu) gooftaas miti ilma Gooftaatis miti
- Ragaalee Iisaan (aleyh salaam) itti bu'uu Agarsiisan。
- Maaliif ​​Iisaan qofti akka bu'uu fi nabiyyiin biraa akka hin buune godhamee?
- Adabbii Namoota “Iisaan (Iyyasuus) gooftaadha ykn ilma Gooftaati” jedhanii。
閱讀完整內容

廣告