Seenaa Iisaa (Iyyasus) fi Dhugaan Yommuu ifa bahu

Laatste Versie

Versie
Update
17 jan. 2025
Ontwikkelaar
Categorie
Google Play ID
Installaties
10.000+

Seenaa Iisaa (Iyyasus) APP

Iisaan (Iyyasuus) nabiyyi kabajamaa fi sadarkaa guddaa qabuudha. Rabbiin haala addaatiin akka dhalatu isa taasise. Haati isaa Mariyam amala gaarii fi toltu hojjachuun beekkamti. Mariyam mana amantiin beekkame keessatti tan dhalattee fi xiqqeenya irraa jalqabuun ibaada irratti tan guddatteedha.

App kana keessatti seenaa Iisaa fi Mariyam akkasuma gaaffileefi qabxiileen ijoo ta'an bal'inaan keessatti kaafamee jira.

Qabxiilee App kana keessatti hammataman irraa:

- Seenaa Nabii Iisaa fi Haadha isaa.
- Iisaan (Iyyasuus) vader daa'imummaa keessaa yommuu dubatu
- Dhugaan Yommuu Ifa bahu.
- Iisaan gara Samii Ol-Fuudhamuu.
- Eenyutu yeroo jalqabaatif "Iisaan (Iyyasuus) ilma waaqayyooti (gooftaati)" jedhe.
- Iyyasuus (nageenyi isarratti haa jiraatu) gooftaas miti ilma Gooftaatis miti
- Ragaalee Iisaan (aleyh salaam) itti bu'uu Agarsiisan.
- Maaliif Iisaan qofti akka bu'uu fi nabiyyiin biraa akka hin buune godhamee?
- Adabbii Namoota "Iisaan (Iyyasuus) gooftaadha ykn ilma Gooftaati" jedhanii.
Meer informatie

Advertentie