Seenaa Iisaa (Iyyasus) fi Dhugaan Yommuu ifa bahu

Ostatnia Wersja

Wersja
Aktualizuj
17 sty 2025
Deweloper
Kategoria
Google Play ID
Instalacje
10 000+

Seenaa Iisaa (Iyyasus) APP

Iisaan (Iyyasuus) nabiyyi kabajamaa fi sadarkaa guddaa qabuudha. Rabin haala addaatiin akka dhalatu isa taasise. Haati isaa Mariyam amala gaarii fi toltu hojjachuun beekkamti. Mariyam mana amantiin beekkame keessatti tan dhalattee fi xiqqeenya irraa jalqabuun ibaada irratti tan guddatteedha.

Aplikacja kana keessatti seenaa Iisaa fi Mariyam akkasuma gaaffileefi qabxiileen ijoo ta'an bal'inaan keessatti kaafamee jira.

Aplikacja Qabxiilee kana keessatti hammataman irraa:

- Seenaa Nabii Iisaa fi Haadha isaa.
- Iisaan (Iyyasuus) ojciec daa’imummaa keessaa yommuu dubbatu
- Dhugaan Yommuu Ifa bahu.
- Iisaan gara Samii Ol-Fuudhamuu.
- Eenyutu yeroo jalqabaatif „Iisaan (Iyyasuus) ilma waaqayyooti (gooftaati)” jedhe.
- Iyyasuus (nageenyi isarratti haa jiraatu) gooftaas miti ilma Gooftaatis miti
- Ragaalee Iisaan (alejh salaam) itti bu'uu Agarsiisan.
- Maaliif Iisaan qofti akka bu'uu fi nabiyyiin biraa akka hin buune godhamee?
- Adabbii Namoota „Iisaan (Iyyasuus) gooftaadha ykn ilma Gooftaati” jedhanii.
Więcej informacji

Reklama