Seenaa Iisaa (Iyyasus) fi Dhugaan Yommuu ifa bahu

Dernière version

Version
Mise à jour
29 avr. 2024
Développeur
Catégories
Google Play ID
Installations
10 000+

Seenaa Iisaa (Iyyasus) APP

Iisaan (Iyyasuus) nabiyyi kabajamaa fi sadarkaa guddaa qabuudha. Rabbiin haala addaatiin akka dhalatu isa taasise. Haati isaa Mariyam amala gaarii fi toltu hojjachuun beekkamti. Mariyam mana amantiin beekkame keessatti tan dhalattee fi xiqqeenya irraa jalqabuun ibaada irratti tan guddatteedha.

App kana keessatti vu Iisaa fi Mariyam akkasuma gaaffileefi qabxiileen ijoo ta'an bal'inaan keessatti kaafamee jira.

Qabxiilee App kana keessatti hammataman irraa :

- Seenaa Nabii Iisaa fi Haadha isaa.
- Iisaan (Iyyasuus) siree da'imummaa keessaa yommuu dubbatu
- Dhugaan Yommuu Ifa bahu.
- Iisaan gara Samii Ol-Fuudhamuu.
- Eenyutu yeroo jalqabaatif "Iisaan (Iyyasuus) ilma waaqayyooti (gooftaati)" jedhe.
- Iyyasuus (nageenyi isarratti haa jiraatu) gooftaas miti ilma Gooftaatis miti
- Ragaalee Iisaan (aleyh salaam) itti bu'uu Agarsiisan.
- Maaliif Iisaan qofti akka bu'uu fi nabiyyiin biraa akka hin buune godhamee ?
- Adabbii Namoota "Iisaan (Iyyasuus) gooftaadha ykn ilma Gooftaati" jedhanii.
Lire la suite

Publicité