prática Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Afan Oromo escrita com palavras Oromo

Última versão

Versão
Atualizar
14 de ago de 2024
Categoria
Instalações
50.000+

App APKs

Afaan Oromoo Writing Practice APP

Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu

Applikeeshiniin kuni kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul'ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, hamma dandeetti keenyaa waa hiixachuu yaadneeti.

Applikeeshiniin kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu akka xaphaati barataa leenjisti. Applikeeshiniin waluumagalatti kuni, dandeettiiwwan afaanii Afran guddisuuf ga'ee guddaa taphata jenee abdii qabna.

Appi kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii Godha, shaakalaa, fagoo mittii. Yaada, deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee ISIN galateeffanna!

Appi kana Ilaalaa, instale Godha. Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree jirra, Garee OromNet!

Por favor, classifique o nosso aplicativo na loja Google Play.

Obrigado por fazer download,
OROMNET Software e Desenvolvimento de Aplicações, Nekemte, Etiópia
Ler mais

Anúncio