Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Afan Oromo schrijven praktijk met Oromo woorden

Laatste Versie

Versie
Update
14 aug. 2024
Categorie
Installaties
50.000+

App APKs

Afaan Oromoo Writing Practice APP

Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu

Applikeeshiniin kuni kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul'ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, hamma dandeetti keenyaa waa hiixachuu yaadneeti.

Applikeeshiniin Kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu akka xaphaati barataa leenjisti. Applikeeshiniin Kuni waluumagalatti, dandeettiiwwan afaanii afran guddisuuf ga'ee guddaa taphata jenee abdii qabna.

Appi kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii godha, shaakalaa, fagoo mittii. Yaada, deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee isin galateeffanna!

Appi kana Ilaalaa, installeren godha. Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree jirra, Garee OromNet!

Beoordeel onze app in de Google Play Store.

Bedankt voor het downloaden,
OROMNET Software en Application Development, Nekemte, Ethiopië
Meer informatie

Advertentie