la práctica afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Afan Oromo escritura con palabras Oromo

Última Versión

Versión
Actualizar
14 ago. 2024
Categoría
Descargas
50.000+

App APKs

Afaan Oromoo Writing Practice APP

Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu

Applikeeshiniin kuni kan hojjatamee afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul'ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, Hamma dandeetti keenyaa waa hiixachuu yaadneeti.

Applikeeshiniin Kuni afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu akka xaphaati barataa leenjisti. Applikeeshiniin waluumagalatti Kuni, dandeettiiwwan afaanii Afran guddisuuf ga'ee guddaa taphata jenee abdii qabna.

Appi Kanaan afaan offii sirritti barreessuufi yaalii Godha, shaakalaa, fagoo mittii. Yaada, deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee ISIN galateeffanna!

Appi kana Ilaalaa, instalar Godha. Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree Jirra, Garee OromNet!

Por favor, nuestra tasa de aplicación en la tienda de Google Play.

Gracias por descargar,
OROMNET software y desarrollo de aplicaciones, Nekemte, Etiopía
Más información

Publicidad