Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Afan Oromo pratique d'écriture avec des mots Oromo

Dernière version

Version
Mise à jour
14 août 2024
Catégories
Installations
50 000+

App APKs

Afaan Oromoo Writing Practice APP

Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu

Applikeeshiniin kuni kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul'ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, hamma dandeetti keenyaa waa hiixachuu yaadneeti.

Applikeeshiniin Kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu akka xaphaati barataa leenjisti. Applikeeshiniin Kuni waluumagalatti, dandeettiiwwan afaanii Afran guddisuuf ga'ee guddaa taphata jenee abdii qabna.

Appi kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii Godha, shaakalaa, Fagoo mittii. Yaada, deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee isin galateeffanna!

Appi kana Ilaalaa, installez Godha. Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree jirra, Garee OromNet!

S'il vous plaît noter notre application dans le magasin Google Play.

Merci pour le téléchargement,
OROMNET logiciels et le développement d'applications, Nekemte, Ethiopie
Lire la suite

Publicité