Walaloo Jaalalaa Afaan Oromootiin

En Son Sürüm

Sürüm
Güncelleme
28 Nis 2024
Geliştirici
Kategori
Yükleme sayısı
10.000+

Walaloo Jaalalaa APP

Walaloon Jaalalaa nama jaalatan tokkoof kan barreeffammuudha. Gosti walaloo jaalalaa onnee irraa can madde ykn kan name kofalchiisu ta'uu danda'a. Yeroo baay'ee seenaa tokko kan himu yoo ta'u, kunis miiraa fi yaada barreessaa kan ibsudha. Jaalala jechuun jireenya waliin qooddachuu, nama wal filataniif jireenya addaa ijaaruu fi wal cinaa dhaabbachuudha.
Devamı

Reklam