Walaloo Jaalalaa Afaan Oromootiin

Dernière version

Version
Mise à jour
28 avr. 2024
Développeur
Catégories
Installations
10 000+

Walaloo Jaalalaa APP

Walaloon Jaalalaa nama jaalatan tokkoof kan barreeffammuudha. Gosti walaloo jaalalaa onnee irraa kan madde ykn kan nama kofalchiisu ta'uu danda'a. Yeroo baay'ee seenaa tokko kan himu yoo ta'u, kunis miiraa fi yaada barreessaa kan ibsudha. Jaalala jechuun jireenya waliin qooddachuu, nama wal filataniif jireenya addaa ijaaruu fi wal cinaa dhaabbachuudha.
Lire la suite

Publicité