Walaloo Jaalalaa Afaan Oromootiin

Versi Terbaru

Versi
Memperbarui
28 Apr 2024
Developer
Kategori
Instal
10.000+

Walaloo Jaalalaa APP

Walaloon Jaalalaa nama jaalatan tokkoof kan barreeffammuudha. Gosti walaloo jaalalaa onnee irraa kan madde ykn kan nama kofalchiisu ta'uu danda'a. Yeroo baay’ee seenaa tokko kan himu yoo ta’u, kunis miiraa fi yaada barreessaa kan ibsudha. Jaalala jechuun jireenya waliin qooddachuu, nama wal filataniif jireenya addaa ijaaruu fi wal cinaa dhaabbachuudha.
Baca selengkapnya

Iklan