Nashiidaalee Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa 1-20

En Son Sürüm

Sürüm
Güncelleme
23 Şub 2024
Geliştirici
Kategori
Google Play ID
Yükleme sayısı
100.000+

App APKs

Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 APP

Manzuumaa / Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun ni danda'ama. Kan nama gammachiisu eega yeroo tokko Appii kana download gootanii, dhaggeeffachuuf qunnamtii interniitaa hin barbaadu (Çevrimdışı) irratti guutuu isaa dhageeffachuun ni danda'ama.

Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'nii.

♪ Arjooma Keetiinii
♪ Haqiiqaa Islaamaa
♪ AhmadNuuril Hudaa
♪ Maqaan Kee ol taanaanii
♪ Nu Badhaafte Diinii
♪ Haham Sa'alNaaka
♪ Laa Shariika Lahuu
♪ Keyru Kalqillaahi
♪ Nutti Araarami Yaa Mootii
♪ Salli wasallim Alaa Nabiyyi
♪ innal Hamdalillaahi
♪ Filatamaa Taanee
♪ Ashrafal Mursaliinaa
♪ Manba'i Rahmatii
♪ Saahibil Aayaatii
♪ Astagfurullaahil Aziim

Nashiidaa Ustaaz Raayyaa walitti qabuufi bifa kanaan qopheessuf ji'a jahaa ol nu fudhateera. Elhamdulillaah dhuma irratti milkaa'ee ummataan gahuu dandeenyee jirra. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa bakka 3tti qoodnee dhiheessine.

1. Nashiidaa ture (eski) jalatti ramadne kuni Vol. 1 hanga 20 of keessatti kan qabateedha. Garuu ammaaf hanqina muraasa ni qabaa fedha Rabbiitin gara fuul-duratti itti guunna.
2. Nashiidaa haaraya (Yeni) jalatti ramadne kuni immoo Cilt. 21 hanga 33, keessatti kan qabateedha.
3. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa kan Afaan Amaariffaa Vol. 1 hanga 6 keessatti kan qabateedha.
Devamı

Reklam