Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 APP
Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'nii.
♪ Arjooma Keetiinii
♪ Haqiiqaa Islaamaa
♪ AhmadNuuril Hudaa
♪ Maqaan Kee ol taanaanii
♪ Nu Badhaafte Diinii
♪ Rabino Sa'alNaaka
♪ Laa Shariika Lahuu
♪ Keyru Kalqillaahi
♪ Nutti Araarami Yaa Mootii
♪ Salli wasallim Alaa Nabiyyi
♪ Hamdalillaahi innal
♪ Filatamaa Taanee
♪ Ashrafal Mursaliinaa
♪ Manba'i Rahmatii
♪ Saahibil Aayaatii
♪ Astagfurullaahil Aziim
Nashiidaa Ustaaz Raayyaa walitti qabuufi bifa kanaan qopheessuf ji'a jahaa ol nu fudhateera. Alhamdulillaah dhuma irratti milkaa'ee ummataan gahuu dandeenyee jirra. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa bakka 3tti qoodnee dhiheessine.
1. Nashiidaa ture (antigo) jalatti ramadne kuni vol. 1 hanga 20 de keessatti kan qabateedha. Garuu ammaaf hanqina muraasa ni qabaa fedha Rabbiitin gara fuul-duratti itti guunna.
2. Nashiidaa haaraya (Novo) jalatti ramadne kuni immoo Vol. 21 hanga 33 de keessatti kan qabateedha.
3. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa kan Afaan Amaariffaa vol. 1 hanga 6 de keessatti kan qabateedha.