Akkaataa Salaata Nabiyyii (s.a.w)

Última versão

Versão
Atualizar
8 de fev de 2025
Desenvolvedor
Categoria
Instalações
50.000+

App APKs

Akkaataa Salaata Nabiyyii APP

Akkaataa Salaata Nibiyyichaa sirna Wuduu'aa waliin qophaaye. Barumsa gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (saw) ibsuudhaaf qophaayedha. Gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe.

Kunis akka namni argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (vi) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "akka anaa salaatuu na argitanitti salaataa." Bukhariitu gabaase.
Ler mais

Anúncio