Akkaataa Salaata Nabiyyii (saw)

Aktuelle Version

Version
Aktualisieren
08.02.2025
Entwickler
Kategorie
Installationen
50.000+

App APKs

Akkaataa Salaata Nabiyyii APP

Akkaataa Salaata Nibiyyichaa sirna Wuduu'aa waliin qophaaye. Barumsa gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (saw) ibsuudhaaf qophaayedha. Gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhhiheessuun fedhe.

Kunis akka namni argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (saw) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: „akka anaa salaatuu na argitanitti salaataa.“ Bukhaariitu gabaase.
Weitere Informationen

Werbung