Kitaaba Saayinsii naannoo kutaa 5ffaa haala salphaan kan qophaa'e

Ostatnia Wersja

Wersja
Aktualizuj
28 gru 2023
Deweloper
Instalacje
10 000+

Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa APP

App'n kun Saayinsii naannoo kutaa 5ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe soo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka dandahiya'uuf kan. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
Aplikacja kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Aplikacja Boqonnaawwaan gurguddoon kun itti hiraames
Argama Itiyoophiya
Saayinsii ifa taasisuu
Qabeenya uumamaa Itiyoophiyaa
Naannoo hawaasummaa Itiyoophiyaa
Dhimmoota xiyeeffannoo addaa barbaadan
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
Jeśli masz jakieś sugestie, daj mi znać.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Dziękuję Ci!
Więcej informacji

Reklama