Kitaaba Saayinsii naannoo kutaa 5ffaa haala salphaan kan qophaa'e

Dernière version

Version
Mise à jour
28 déc. 2023
Développeur
Installations
10 000+

Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa APP

App'n kun Saayinsii naannoo kutaa 5ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qopha'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Boqonnaawwaan gurguddoon app kun itti hiraames
Argama Itiyoophiyaa
Saayinsii ifa taasisuu
Qabeenya uumamaa Itiyoophiyaa
Naannoo hawaasummaa Itiyoophiyaa
Dhimmoota xiyeeffannoo addaa barbaadan
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa !
Si vous avez des suggestions, s'il vous plaît faites-le moi savoir.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Merci!
Lire la suite

Publicité