App'n kun faarfannaa afaan oromoo ortodooksii tawaahidoopo

Laatste Versie

Versie
Update
19 dec. 2023
Ontwikkelaar
Installaties
10.000+

App APKs

Barruu Faarfannaa APP

App kana keessatti faarfannaan ortodooksii tawaahidoo ta'aan 350 ol kan keessatti bakka tokkootti walitti chuqabamee waan chuqabamee waan chuqabamee waan salphaa ta'een badiyaas ta'ee magallaa bakka internet jiruus ta'eeuu a dan ta'ee magallaa bakka internet jiruus ta'euu kan qindaa'edha. Kanaaf namni bilbilaa isaa irratti fe'achuun yeroof bakkaan osoo hin dangeeffamin itti fayyadamuu ni danda'aa kuni immoo garee gurguddaa 15 jalaatti qoodun faarsaa kana kan qoophessinnee.
Garreewwan gurguddoon kunis, akka armaan gadiitti caaqasamu
Faaruu Ayyaanna Cuuphaa
Faaruu Dhaloota Gooftaa
Faaruu Ayyaanna Fannoo
Faaruu Bara Haaraa
Faaruu Ayyaanna Hoosa'innaa
Faaruu Dubroo Maariyaam
Faaruu Du'aa Ka'umsaa
Faaruu Qulqullootaa
Faaruu Yeroo Cidhaa
Faaruu Sagantaa Banis-cufaa
Faaruu Wal jalaa Qabiinsaa
Faaruu Ergamootaa Qulqulluu
Faaruu Qalbii Jijjiirannaa
Faaruu Mana Kiristannaa
Faaruu Yeroo Hundaa
Kanaaf itti fayyadamaan dhamsaa scherpeya.
Meer informatie

Advertentie