App'n kun faarfannaa afaan oromoo ortodooksii tawaahidoopo

Versi Terbaru

Versi
Memperbarui
19 Des 2023
Developer
Kategori
Instal
10.000+

App APKs

Barruu Faarfannaa APP

aplikasi kana keessatti faarfannaan ortodooksii tawaahidoo ta'aan 350 ol kan keessatti bakka tokkootti walitti qabamee waan ta'eef namootni haala salphaa ta'een badiyaas ta'ee magallaa bakka jimueti jiruus ta'ee kan qindaa'edha. Kanaaf namni bilbilaa isaa irratti fe'achuun yeroof bakkaan osoo hin dangeeffamin itti fayyadamuu ni danda'aa kuni immoo garee gurguddaa 15 jalaatti qoodun faarsaa kana kan qoophessinnee.
Garreewwan gurguddoon kunis, akka armaan gadiitti caaqasamu
Faaruu Ayyaanna Cuuphaa
Faaruu Dhaloota Gooftaa
Faaruu Ayyaanna Fannoo
Faaruu Bara Haaraa
Faaruu Ayyaanna Hoosa'innaa
Faaruu Dubroo Maariyaam
Faaruu Du'aa Ka'umsaa
Faaruu Qulqullootaa
Faaruu Yero Cidhaa
Faaruu Sagantaa Banis-cufaa
Faaruu Wal jalaa Qabiinsa
Faaruu Ergamootaa Qulqulluu
Faaruu Qalbii Jijjiirannaa
Faaruu Mana Kiristannaa
Faaruu Yero Hundaa
Kanaaf itti fayyadamaan dhamsaa keenya.
Baca selengkapnya

Iklan