Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo adda addaa

Laatste Versie

Versie
Update
24 jun. 2024
Ontwikkelaar
Installaties
50.000+

App APKs

Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo APP

Waalse damee ogbarruu keessaa kan bo'oofi, ceesiisaan tolfamee qooqa miidhaginaaniifi yeedaloodhaan dhiyaatudha. Walaloo keessatti qooqa, suureessuu, malleen dubbii fi jechoota fayyadamuun hiikkaa gabbata dabarsu. Waals miira kakaasuuf, ykn haalaafi seenaa dabarsuudhaaf ni gargaara. Walaloo yeroo baay'ee xiyyeeffannoo gaafachuun jalqabu. Akka fakkeenya arman gadii kanatti jalqaba.

Yaa Mana Walaloo Walaleessaa
Kutaa Qabuu Kessaa
Gurraa Naf Ergisaa
Gurraa Qofaa Miti Afaanin Callisa
Meer informatie

Advertentie