Hadiisa 30 Dubartootaaf-Hiikkaa Afaan Oromoo
Kitaabni hadiisa 30 waayee dubartootaa jedhamu kuni irra filatamaa kitaabban waayee barnoota dubartootaa keessatti qopheeffame keessa isatokko。 Ummatni keenyaa hundi keessaattuu dargaggootaafii barattootaan kitaaba kana akka dubbistanii irraa barattan isinii dhaamsadabarsina。 Jaarraan keessa jirru kun jaarraa beekkumsaa、saayinsiifii teeknooloojii waan taheef barnoota islaamaarratti akka jajjabaattan isiniinjenna。 Barnootaafii ogummaa qabdaniinis diin keessan akka tajaajiltan isinyaadachiisna。
もっと見る
広告
広告