Jechoota Hayyoota Oromoo Afaan Oromoo Qoutes
Aappii kana keessatti Jechoota Hayyoota Oromoo hedduu argachuu dandeessu. Jecha Hayyoota wareegaman fi kanneen lubbuun jiranii dari keessatti kan qabateedha. Akkasuma Jecha Oromootaa fi Jecha Qeerroo Oromoo dari keessaa qaba. Dabalataan suuraa Hayyoota wareegamanillee dari keessaa qaba. Akka jaalattan abdii qabna.
Baca selengkapnya
Iklan
Iklan