Nashiidaalee Afaan Oromoo adda addaa

Dernière version

Version
Mise à jour
25 janv. 2025
Développeur
Catégories
Google Play ID
Installations
100 000+

App APKs

Nashiidaa Afaan Oromoo APP

Manzuumaa/Nashiidaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun ni danda'ama. Kan nama gammachiisu eega yeroo tokko Appii kana download gootanii, dhaggeeffachuuf qunnamtii interniitaa hin barbaadu (Hors ligne) irratti guutuu isaa dhageeffachuun ni danda'ama.

Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'nii.

♪ Arjooma Keetiinii
♪ Haqiiqaa Islamaa
♪ Ahmad Nuuril Hudaa
♪ Maqaan Kee ol taanaanii
♪ Nu Badhaafte Diinii
♪ Rabbi Sa'alNaaka
♪ Laa Shariika Lahuu
♪ Keyru Kalqillaahi
♪ Nutti Araarami Yaa Mootii
♪ Salli wasallim Alaa Nabiyyi
♪ Hamdalillaahi interne
♪ Filatamaa Taanee
♪ Ashrafal Mursaliinaa
♪ Manba'i Rahmatii
♪ Saahibil Aayaatii
♪ Astagfurullaahil Aziim

Nashiidaa walitti qabuufi bifa kanaan qopheessuf ji'a jahaa ol nu fudhateera. Alhamdulillaah dhuma irratti milkaa'ee ummataan gahuu dandeenyee jirra.
Lire la suite

Publicité