Ethiopian Driving License Exam APP
Applilikeeshinii biyya keenyatti kan jalqabaafi baay`ee faayidaa qabeessa ta`ee, qorumsa konkolaachisummaaf de qopheessuuf nama gargaaru. Qooqa lamaan (Amaariffafi Afaan oromoon) kan qophaa`efii gaaffiif deebii kuma sadii (300) ol kan qabu. Gosa qormaata kudhaniin: kanneen akka Ummata tokko, Geejjiba ummataa, Geejjiba gogaa, Teeknika Seera, Xiinsammuu, Odeeffannoo konkoolaachisuummaafi gaaffiif deebii kan biroo warren haopala ogummaa kana kan biroo.
La première application de test de permis de conduire multi-options comprend des options bilingues en amharique et en afan oromo avec plus de 3000 questions et réponses dans 10 catégories différentes: Public-1, transports en commun, charge sèche, technique de conduite, information ainsi que droit de la conduite, psychologie et plus Questions et réponses soigneusement préparées pour tous ceux qui recherchent des connaissances dans ce domaine particulier.